Jump to content

Astiroobaayoloojii

Wikipedia irraa

Xiinjiree Hawaa ykn Astiroobaayoloojiinkan inni irratti hundaa’u burqa, guddinnafi fuldura lubbuu qabeeyyii hawaa keessa jiran kan qo’atudha. Keessattuu lubbuun bira lafa kanaan ala jira jedhee kan qo’atudha.