Caaroo Kaaslamee
Appearance
(Iskuweerootii(Hundee mirree) irra kan qajeele)
![](http://chped.net/https/upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/3/3e/Nuvola_apps_edu_mathematics_blue-p.svg/256px-Nuvola_apps_edu_mathematics_blue-p.svg.png)
Herrega keessatti, Caaroo Kaaslameen x lakkoofsa uduudaa(Z) eeyentaa yoo ta’u, yeroo ofumaan baay’ifamu, x kenna. Fakkeenyaaf:
- .
Caaroo Kaaslamee 25 lakkoofsa Kaaslamee 5 ykn-5 dha; Sababni isaas 5 × 5 = 52 = 25, akkasumas akkas jedhameera: -5 * -5 = 25 jechuun ni danda’ama, akkasumas lakkoofsota negaatiivii keessaa Caaroo Kaaslamee hin jiru tuuta lakkoofsota hundaa .